
Hadurree fayyistuu: Oromo Edition of The Healer Cat
Celesse, die Heilerkatze, ist ein hoch angesehenes Mitglied der Nachbarschaft. Als Lieblingskatze des Frauchens verbringt sie faule Tage in der Wärme des Hauses.
In einer verschneiten Nacht kommt eine Hasenmutter herein, die verzweifelt um Hilfe bittet. Widerwillig reist die Heilerkatze mit ihr durch einen nächtlichen Schneesturm und beißend kalten Wind. In einem dunklen Wald erlebt Celesse eine böse Überraschung und ist gezwungen, zum ersten Mal seit langem ihre Kräfte zu sammeln.
--- Seelas hadurree fayyistuun, kennaa isheetiin naannoo keessaati guudddaa kan kabajamtuu miiseensaa kan taate dha. Fedhii jaartii mana ishii iraatti hundooftee, yeroo ishiin hojii hi qabne mana ho'aa kessatii dabarsuu jaalatii.
Haati illeettii gargaarsa gaafachuuf iyyaan naannoo jeeqti ture. Iyyi ishii yeroo dheeraa Seelasiin gargarsa akka ishii hin didne waan godheef, hadurree fayyistuun cabbii haalkaniin fi qorra nyaataa keessatii fudhattee baate.
Dukkana bosonaa keessa, Seelasiin waan bay'ee wanta sodaachisu wajjin fuulaan waan walitti dhufteef jabina qabdu hunda sassaabachuuf dirqamtee turte. Edda deemsi haalkanii akka gaariitti raawwatee, bosona qorre qofaa osoo hin ta'iin onnee seelasiin illee bay'ee ho'isuuf aduun baate.