
A Trip to the Zoo: English-Oromo Bilingual Edition
Ein Ausflug in den Zoo ist eine einfache und unkomplizierte Reise, bei der man sich kaum Sorgen machen muss. Aber für drei besondere Freunde mit besonderen Bedürfnissen kann die Reise entmutigend sein, voller Sorgen und Ängste.
Begleiten Sie Ben, Adam und Jasmine auf ihrem gemeinsamen Zoobesuch und sehen Sie, welchen Herausforderungen sie unterwegs begegnen. Deemsi gara Paarkii Bineeldotaatti godhamu salphaa fi deemsa kallattii yaaddoo xiqqoo qabudha.
Garuu hiriyoota akka lubbuu sadan fedhii mataa mataa isaanii qabaniif deemsichi sodaachisaa; yaaddoo fi dhiphinaan kan guute ta'uu danda'a. Mee akkaataa itti Been, Addaam fi Yaasmiin itti Paarkii Bineeldotaa deemanii fi rakkoolee isaan keessa dabarsan qalbiin ilaali.