
Samad in the Desert: English - Oromo Bilingual Edition
Samad liebte es, auszugehen.
Sein Traum war es, einen ganzen Tag in der Wüste zu verbringen und in der Oase zu schwimmen. Begleite Samad auf diesem Abenteuer, bei dem er wunderbare Freunde und erstaunliche Entdeckungen machte.
Noch nie hat es so viel Spaß gemacht, in eine Wüste zu gehen. Saamaad gadi ba'ee deemuu baay'isee jaalata ture. Abjuun isaa guyyaa guutuu gammoojjii keessa ooluu, fi eela keessa bishaan daakuu ture.
Adeemsa isaa hiriyoota babbareedan horachaa argannoo nama ajaa'ibsiisu argachaa jiru irratti Saamaadiin faana deemi. Gara gammoojjii deemuun akka ammaa kanatti nama gammachiisee hin beeku.