
Samad in the Forest: English - Oromo Bilingual Edition
Samad liebte Tiere.
Sein Traum war es, einen ganzen Tag im Wald zu verbringen und in einem Baumhaus zu schlafen. Begleite Samad auf diesem Abenteuer, bei dem er wunderbare Freunde und erstaunliche Entdeckungen macht.
Noch nie hat es so viel Spaß gemacht, in einen Wald zu gehen. Saamaad Bineensota jaallatee jira. Abjuu isaa kan ture guyyaa guutuu bosona keessa dabarsuu fi iddoo ciisichaa mukkeen irra jiru irra rafuu dha.
Akkuma saamaad imala kana yaabbatee hiriyoota dinqisiifamoo kanneen horatu fi argannoowwan ajaa'ibsiisoo argateen isa hordofi. Bosona keessa deemuun caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru.